Romans 15:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti worri dhugeeffanna'aan jajjaba teene, ba'aa worra dadhaboole'ee ba'atuu qanna malee, ifi gammachiisuu hin qannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu worri d'ugefacha jabdu qabu laafinna worra lalaafa obsine ulfinna isaanii baachu malle. Ufi ch'alla gammachiisu himmalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu warrii dhugeeffachaa jabduu qabuu laafinna warra lalaafaa obsinee ulfinna isaanii baachuu malle. Ufi callaa gammachiisuu hin malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu worri amanti'iin jajjabaa taane, dadhabbii worra dadhabanii baadhachuu nu barbaachisa malee, uf gammachiisuu nu hin barbaachisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu worri amanta'aan jajjabaa taane, dadhabbii worra dadhabanii baadhachuu nu barbaachisa malee, uf gammachiisuu nu hin barbaachisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u amanti'iin cicimoo ka taane, dadhabbii dadhabiddootaa baadhachuu ni qabnna malee, mataa keenna qofa worra gamachiifnnu ta'uu hin qabnnu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti worri dhugeeffanna'aan jajjaba teene, ba'aa worra dadhaboole'ee ba'atuu qanna malee, ifi gammachiisuu hin qannu.