Romans 15:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle Barreeffam Woyyichi, “Isin worri worra Yihudootaa hin te'in, kolbaa isaa woliin gammada'a” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan jettu, Gammada, gosa d'ibi, gumi Waaqi fohate woliini!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee, “Gosa dhibii, gumii Waaqii foohate waliin gammadaa!” la jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ammo, «Worri Yihuudii hin taane banii isaa woliin gammadaa'a» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ammoo, «Worri Yihuudii hin taane, banii isaa woliin gammadaa'a» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee, «Isin Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne, ummata Waaqaa woliin gammadaa!» jedhamee, barreeffamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Barreeffam Woyyichi, «Isin worri worra Yihudootaa hin te'in, kolbaa isaa woliin gammada'a» jedha.