Romans 15:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle, “Worri Yihudoota hin te'in marti, Goottaa galateeffadha'a; kolbaan marti, isa galateeffadha'a!” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle, Aabbo faarsa, gosa d'ibi ch'ufa, guddisa isa faarsa, gosa ch'ufa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee, “Isaniin gosa dhibii ka Waaqaa hinbeenne cuftii, Aabboo faarsaa, guddisaa isa faarsaa, gosa cufa!”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma, «Worri Yihuudota hin taane maruu, Gooftaa galatoonfadhaa'a; Baniin maruu haa jajaniinii!» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma, «Worri Yihuudota hin taane maruu, Gooftaa galateeffadhaa'a; Baniin maruu haa jajaniinii!» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee, «Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne marrinuu! Gooftaa galateeffadhaa, ummatoonni marrinuu isa galateeffadhaa!» jedhamee, barreeffamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle, «Worri Yihudoota hin te'in marti, Goottaa galateeffadha'a; kolbaan marti, isa galateeffadha'a!» jedha.