Romans 15:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma Isaayaasille, “Ka sanyii Iseyii keessaa dhalatu hin dhufa; inni worra Yihudoota hin te'in bulchiisaaf hin ka'a; isaanille isa hin addatan” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Isayani waan jed'u, Nami d'aloota Yese ind'ufa; inni olkaeti gosa d'ibi fida; isiini abdi ufi isa gubbaa keyatti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Isaayaas: “Namii dhaloota Iseyi indhufa; innii ka'eetti gosa dhibii bulcha; isiin abdii ufii isa irra keeyyatti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Isaayyaasillee, «Ka fiixaa Isseyii keessaa dhalatu hin dhufa; inni worra Yihuudii hin taane bulchu'uuf hin ka'a, worri Yihuudii hin taane abdii godhatan» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma Isaayyaasillee, «Ka fiixaa Isseyii keessaa dhalatu hin dhufa; inni worra Yihuudii hin taane bulchu'uuf hin ka'a, worri Yihuudii hin taane abdii godhatan» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana'llee Isaayaas, «Fiixaa Iseyiitii irraa ka dhalatu ni dhufa, durssaa ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee ta'u'uuf ni ka'a, isaan'llee abddii isaanii isa irra ni kaayatan» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma Isaayaasille, «Ka sanyii Iseyii keessaa dhalatu hin dhufa; inni worra Yihudoota hin te'in bulchiisaaf hin ka'a; isaanille isa hin addatan» jedha.