Romans 15:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Dansa'aan akka guutantaneertanu, beekkunsa maraayyuu akka qaddanuu fi wol barsiisuu akka dandeettanu, mama tokko malee aninuu hubadheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya, anini aka isani dansoomaani guutamtani qalbi horattani, ammalle wolbarsiisu dandeetani imbeekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyaan tiyya! Anin akka isan dansoomaan guutamtanii qalbii horattanii, ammallee walbarsiisuu dandeettan inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkasuma obboleeyyan tiyya! Isin akkuma mishumma'aan guuttamtan, beekkumsa maraa akkuma argattan isin akkasuma akka wol gorsuu dandeettan waan keessan hubadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani akkasuma obboleewwan tiyya! Isin mishumma'aan akkuma guuttamtan, beekkomsa maraa akkuma argattan isin akkasuma akka wol gorsuu dandeettan waan keessan hubadheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Mishumma'aan ka guutamttan, beekkomissaan ka duroomittanii fi tokkoon tokkoon keessan'llee ka bira'aa gorssu'uuf, ka dandeettan ta'uu keessan hubadhee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Dansa'aan akka guutantaneertanu, beekkumsa maraayyuu akka qaddanuu fi wol barsiisuu akka dandeettanu, mama tokko malee aninuu hubadheera.