Romans 15:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Yihudoota hin te'in dubbi'ii fi hujii tiyyaan akka Waaqaaf ajajamanu, waan Kiristoos karaa kiyyaan godhe qofa malee waan tokkolle dubbatiisaaf ani ila hin jabaadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini garaa jabaad'eti waan Kristoni harka kiyyafi afaani kiyyaani tolche ch'alla odeesa, aka gochiti d'ibiini Waaqa ch'aqaftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin garaa jabaadheetti akka gochitii dhibiin Waaqaa caqaftu, waan Kiristoon harka kiyyaa fi afaan kiyyaan tolche callaa haassa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuudii hin taane akka ajajaman Kiristoos dubbii, hujii, malkata, hunnaa fi maalalee gudda'aan hunna Ayyaana Woyyu'uutiin, na keessa ta'ee waan hojjateen alatti womaa dubbatuu hin uggu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Yihuudii hin taane akka ajajaman Kiristoos, dubbii, hujii, malkata, hunnaa fi maalalee gudda'aan hunna Ayyaana Woyyu'uutiin, na keessa ta'ee waan hojjateen alatti woomaa dubbatuu hin uggu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne ajajamoota akka ta'an taasisu'uuf, Kristos dubbi'ii fi karaa hujii kiyyaatiin hujii hojjate yoo ta'e malee, womaayyuu dubbachu'uuf hin uggine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yihudoota hin te'in dubbi'ii fi hujii tiyyaan akka Waaqaaf ajajamanu, waan Kiristoos karaa kiyyaan godhe qofa malee waan tokkolle dubbatiisaaf ani ila hin jabaadhu.