Romans 15:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo, tun tama, “Worri marroo isaa isaanitti hin himamin hin dhaggan; worri hin dhage'in hin hubatan” jedhantee barreeffante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu, Worri waan isaa namu iti inhimini inarga, ammalle worri waan isaa ind'agayiinileeni inhubata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma barreessiin, jettuu, “Warrii waan isaa ka namuu itti hin hinmin inarga, ammallee warrii waan isaa ka qara hindhagayin inhubata” jedhaan barressan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo, «Worri waan isaa itti hin himamne hin argan; worri hin dhageennellee hin hubatan» jedhamee akkuma barreeffame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, «Waan isaa worri itti hin himamne hin argan; worri hin dhageennellee hin hubatan» jedhamee akkuma barreeffame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee, «Asiin durana namoonni waayeen isaa womaayyuu isaatti hin himamin, ni argan, waayee isaa'llee worri hin dhagayin, ni hubatan» jedhamee, akkuma barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo, tun tama, «Worri marroo isaa isaanitti hin himamin hin dhaggan; worri hin dhage'in hin hubatan» jedhantee barreeffante.