Romans 15:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo adaala kana keessaa hujii tiyya waan fixadheeruu fi dhufee isin ilaaliisaafille woggaa hedduu dharra'aa waan tureeruuf,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma huji tiyya ta arda kana ya hobaase, ammalle waan anini ganna heddu guddo isani argu fed'eefi,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma ammoo hujii tiyya ta ardaa kanaa ya hobaase, ammallee anin waan ganna hedduu guddoo isan arguu fedheefii,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo biyya tanatti uf afo'oof hulee waan hin qabneef woggaa heddu irraa jalqabee gara keessan dhufu'uuf waan haawwii qabuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma ammoo biyya tanatti uf afo'oof hulee waan hin qabneef woggaa heddu irraa jalaqabee gara keessan dhufu'uuf haawwi waan qabuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu biyyoota naannoo kana jirantti bakkeewwan itti hojjadhu waan hin jirreef, akkuma kana woggoota baayi'e'ee kaasee'llee isin laalu'uuf, hawwii ol aanaa waan qabuuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo adaala kana keessaa hujii tiyya waan fixadheeruu fi dhufee isin ilaaliisaafille woggaa hedduu dharra'aa waan tureeruuf,