Romans 15:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
yennaa gara Isphaaniyaa dhaqu goree isin ilaaliisaaf karoorfadheera. Yennaa diqqoo isin dhaggiisaan gammadeen duuba, akka ani ittiin achi dhaquuf qarqaarsa akka anaa gotanu hin addadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
amma waan isani argu seha. Gaafa lafa Spania d'aqu isani ira bahu fed'a, aka isani imaltu tiyya keesati na qarqaartani, eegi anini diqo fulla teesani boqad'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
amma waan isan argu seha. Gaafa lafa Isphaaniyaa dhaqu isan irra ba'eetti, diqqoo fulaa teessan boqqodha, akka isan imaltuu tiyya keessaatti na qarqaartan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara Ispaaniya'aa lufu firrisee isin argu'uuf hennaa diqqoo haga yaada isin bayeen maayii isinillee imala kiyyaaf akka na gargaartan abdii godha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gara Ispaaniya'aa lufu firrisee isin argu'uuf hennaa diqqoo haga yaada isin bayeen maayii isinillee imala kiyyaaf akka na gargaartan abdii godha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
gara Isphaaniyaa yeroo deemutti, karama saniin isin laaluu'uuf'llee karoorffadhee jira. Yeroo muraasaaf isin woliin gammadee eega tureen duubatti, deemissa kiyya itti fufu'uuf ka gargaarssa ana dandeesisu akka naaf taasfttan, abddii ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa gara Isphaaniyaa dhaqu goree isin ilaaliisaaf karoorfadheera. Yennaa diqqoo isin dhaggiisaan gammadeen duuba, akka ani ittiin achi dhaquuf qarqaarsa akka naa gootanu hin addadha.