Romans 15:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammaa tana ammoo, kolbaa Waaqaa ta achi jirtu tajaajiliisaaf ani gara Yerusaalemii deemiisatti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ammatana aka gumi Waaqa qarqaaru Yerusalemu d'aqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma ammoo akka gumii Waaqaa qarqaaru Yerusalem dhaquu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo woyyoota tajaajilu'uuf gara Yerusaalemii deema.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma ammoo woyyoota tajaajilu'uuf gara Yerusaalemii deema.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu ummata Waaqaatiif ka kennu qarshii gargaarssa qabadhee, gara Yerusaalemii ni deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammaa tana ammoo, kolbaa Waaqaa ta achi jirtu tajaajiliisaaf ani gara Yerusaalemii deemiisatti jira.