Romans 15:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wolde'i kiristaanaa ka Maqedooniya'aatii fi Akaayya'aa, hiyyeeyyii Yerusaalem keessatti kolbaa Waaqaa odduu jirtuuf, qarqaarsa kenniisaaf murteeffataneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi gumiini Makedoniatiifi ta Griki ya ufi baafte, aka hiyyeeyi gumi Waaqa ta Yerusalemu keesa jirtu horiini qarqaartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif gumiin Maqedooniyaatii fi ta Akkayyaa ya akka hiyyeeyyii gumii Waaqaa ta Yerusaalem keessa jirtu horiin qarqaartu ufi baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqedooniya'aa fi Akkaayaan Yerusaalemitti hiyyeeyyii woyyoota jidduu jiran gargaaruu waan murteeffataniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maqidooniya'aa fi Akkayaan, Yerusaalemitti hiyyeeyyota woyyoota jidduu jiran gargaaruu waan murteeffataniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee Maqedooniya'aa fi Akaayiya'atti ka argaman worri Waaqaa hiyyeeyyii Yerusaalemiin jiraniif gargaarssa qarshi'ii ergu'uuf, fedhii isaaniitiin waan murteessaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wolde'i kiristaanaa ka Maqedooniya'aatii fi Akaayya'aa, hiyyeeyyii Yerusaalem keessatti kolbaa Waaqaa odduu jirtuuf, qarqaarsa kenniisaaf murteeffataneeran.