Romans 15:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Murteen tama isaanii ti; ammoo dhuguma isaan, isaan qarqaaruu qaban; eega Yihudooti eebba Ayyaana Waaqaa irraa dhaggatane worra Yihudoota hin te'in woliin qoodamane, worri Yihudoota hin te'inille eebba jiruu fooniitiin dhaggataneen Yihudoota qarqaaruu qaban.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worrumati fed'e tolche, ammo sila hiyyeeyi suni qarqaaru malani. Wonti akanatiifi Yahudiini ya eeba lubbu gosa d'ibi kennite, tanaafi gochiti d'ibileeni waan qabduuni Yahudi qarqaaru malte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrumaatti fedhee tolche, ammoo silaa hiyyeeyyii sun qarqaaruu malan. Wantii akkanaatiif Yahudiin ya eebba hafuuraa gosa dhibii kennite, tanaaf gochii dhibiilleen waan qabduun Yahudii qarqaaru malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan jaalataniif worri sun isaaniif ba'aa isaaniiti. Worri Yihuudii hin taane eega eebba Ayyaana Yihuudotaa isaan irraa qoodaman, isaanillee eebba lafa irraa argatan, Yihuudotaa qooduun isaanii giddi'i.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan jaalataniif worri sun isaaniif ba'aa isaaniiti. Worri Yihuudii hin taane eebba Ayyaana Yihuudotaa isaan irraa eega qoodaman, isaanillee eebba lafa irraa argatan, Yihuudotaa qooduun isaanii giddi'i.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gargaarssa kana'llee fedha isaaniitiin ka arjooman dirqqama isaanii ta'uu isaatiin, ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne isaan'llee eebba isaanii ka fooniitiin, dirqama Yihudota gargaaru'uu ni qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Murteen tama isaanii ti; ammoo dhuguma isaan, isaan qarqaaruu qaban; eega Yihudooti eebba Ayyaana Waaqaa irraa dhaggatane worra Yihudoota hin te'in woliin qoodamane, worri Yihudoota hin te'inille eebba jiruu fooniitiin dhaggataneen Yihudoota qarqaaruu qaban.