Romans 15:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, ani yennaa hujii tana fixe, beesee isaaniif wolitti qabante maraayyuu isaanii kenneen duuba, Isphaaniyaa dhaqaara; yennaa achi dhaqu goree isin ilaala.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi anini huji tana hobaase, hori baasani ch'ufa harka worrati kenne, imaltu lafa Spania d'aqa, duuba isani ira baha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin eegii hujii tana hobbaase, horii baasan cufaa harka warraatti kenneetti, imaltuu lafa Isphaaniyaa dhaqa, duuba isan irra baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa kana raawwadhee gargaarsa wolitti qabame kana eega isinitti kenneen maayii karaa keessaniin lufee gara Ispaaniya'aa deema.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa kana raawwadhee, gargaarsa wolitti qabame kana, eega isinitti kenneen maayii, Karaa keessaniin lufee, gara Ispaaniya'aa deema.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf qarshii wolitti qabame ka gargaarssaa kana gara Yerusaalemii fudhadhee, eega kenneen duubatti karaa keessaniin dabrree, gara Isphaaniyaa ni deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, ani yennaa hujii tana fixe, beesee isaaniif wolitti qabante maraayyuu isaanii kenneen duuba, Isphaaniyaa dhaqaara; yennaa achi dhaqu goree isin ilaala.