Romans 15:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka ani miidhaa worra hin dhugeeffannee, ka Yihudaa keessaa irraa fayyuu fi tajaajilli kiyya Yerusaalem keessatti kolbaa Waaqaa ta achiitiif fudhatamaa akka te'u daadimadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kad'ad'a, aka anini worra ind'ugefatiini ka Yudea keesa jiru nagayaani jalaa bahu, ammalle aka huji anini hojad'u gumiini Waaqa ta achi jirtu quuftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka anin warra hindhugeeffatin ka Yihudaa keessaa jiru nagayaan jalaa ba'u, ammallee akka hujii anin hojjadhu gumiin Waaqaa ta achi jirtu quuftu Waaqaa naa kadhadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fedha Rabbiitiin gammachu'uun gara keessan dhufee isin biratti akka hara baafadhu, worra Yihuudaa jiran keessaa ka hin ajajamne jalaa akka bayu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fedha Rabbiitiin gammachu'uun gara keessan dhufee isin biratti akka harabaafadhu, worra Yihuudaa jiran keessaa ka hin ajajamne jalaa akka bayu, tajaajila Yerusaalemitti qabuun woyyoota ka gammachiisu akka ta'u Rabbiin naa faateffadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka anaaf kadhattan'llee namoota arddii Yihuda'aa jiran, worra hin amanne harkaa akka bayuu fi tajaajilli Yerusaalemitti qabu'llee, worra Waaqaa biratti fudhatama akka qabaatuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani miidhaa worra hin dhugeeffannee, ka Yihudaa keessaa irraa fayyuu fi tajaajilli kiyya Yerusaalem keessatti kolbaa Waaqaa ta achiitiif fudhatamaa akka te'u daadimadha'a.