Romans 15:32 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre anille fedhii Waaqaa yoo teete, gammadaan gara keessan dhufee, isin dhaggee isin woliin hin haareeffama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba, gammada guddaani gara keesani d'ufa, yo Waaqi jed'e, ammalle aka dansa fulla teesani boqod'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba yo Waaqii jedhe gammada guddaan gara keesasn dhufa, ammallee akka dansaa fulaa teessan boqqodha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
tajaajila Yerusaalemitti qabuun woyyoota ka gammachiisu akka ta'u Rabbiin naa kadhadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee eega ta'een duubatti fedha Waaqaa yoo ta'e, gammachu'uun gara keessan dhufee, isin woliin boqachu'uuf ni jaaladha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre anille fedhii Waaqaa yoo teete, gammadaan gara keessan dhufee, isin dhaggee isin woliin hin haareffama.