Romans 15:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ossaa fi jajjabeenna Barreeffam Woyyichi nuuf kennuun addii akka qabaannu, wonni Barreeffama Woyyicha keessatti barreeffamane marti nu barsiisu'uuf barreeffante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi waan t'aafi keesati t'aafani ch'ufa aka nu barsiisaniifi t'aafani, aka nu abdi maro jabeennaafi obsa t'aafiini nuu kennitu argannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan barreessii keessatti barreessan cufaa akka nu barsiisaniif barreessan, akka nu abdii, jabeennaa fi obsa barreessiin nuu kennituu argannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jabaachu'uuf abdiin jajjabeennaa ka Kitaabni kenneen wonti dura barreeffame maruu barumsa keennaaf waan nuuf barreeffameeruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jabaachu'uuf abdiin jajjabeennaa ka Kitaabni kenneen wonti dura barreeffame maruu barumsa keennaaf waan nuuf barraayeeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kitaabban qulqulluuwwan irraa obissaa fi jajabeenna argannuun, abddii akka qabaannuuf, barsiisommi durssanii barreeffaman marrinuu, barnnootaaf akka ta'an barreeffamanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ossaa fi jajjabeenna Barreeffam Woyyichi nuuf kennuun addii akka qabaannu, wonni Barreeffama Woyyicha keessatti barreeffamane marti nu barsiisu'uuf barreeffante.