Romans 16:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra tajaajila hujii Gootta'aa huju, Tiriifeenee fi Tiriiphaase'etti nageya anaaf hima'a. Hujii Gootta'aa guddoo ta hujje, jaallatanttuu jaala tiyya Pharsiisille'etti nageya anaaf hima'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Trifainafi Trifosa, ka huji Aabbo hojatani, nagaya naa fuud'a, ammalle jaala kiyya Persisi ka huji Aabbo jabdu hojatele.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Triifeenee fi Triifaasee, ka hujii Aabboo hojataniitti, nagaya naa himaa! Ammallee jaala kiyya Pharsiis ka hujii Aabboo jabduu hojjateelleetti nagaya naa himaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Porofiimoona'aa fi Xiroofimoosa'atti worra hujii Goofta'aa huju'uuf dadhabanitti nagaya naa himaa'a. Xarsiidaa jaalatamtuu Goofta'aaf jettee guddiftee dadhabdetti nagaya naa himaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Porofiimoona'aa fi Xiroofimoosa'atti worra hujii Goofta'aa huju'uuf dadhabanitti nagaya naa himaa'a. Xarsiidaa jaalatamtuu Goofta'aaf jettee ta gudiiftee dadhabdetti nagaya naa himaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajila Goofta'aatiin worra dadhaban Truufaayinne'ee fi Truufosaaf'llee, nagaya naa dhiyeessaa. Tajaajila Goofta'aatiin haalaan ta dadhabiddee fi ta Kristosiin jaaladhuun, Pharsiisiif nagaya naa dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra tajaajila hujii Gootta'aa huju, Tiriifeenee fi Tiriiphaase'etti nageya naaf hima'a. Hujii Gootta'aa guddoo ta hujje, jaalatantuu jaala tiyya Pharsiisille'etti nageya naaf hima'a.