Romans 16:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Rufoosii hujii Gootta'aatii filamee fi haadha isaa, ta yennaa mara akka ilmaatitti ana ilaaltetti nageya anaaf hima'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rufo, ka huji Aabbo hojatufi haad'a isaa ta hojja ch'ufa aka ilma ufi na tolfattele, nagaya naa fuud'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ruufoos, ka hujii Aabboo hojjatuu fi haadha isaa ta yo cufaa akka ilma ufii na tolfatteelleetti, nagaya naa himaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ruufoonii haadha isaa ta naallee haadha taate ta tajaajilu'uun guddiftee beekkamtetti nagaya naa himaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ruufoonii tajaajilu'uun gudisee beekamee fi ta naa fi isaallee haadha taate haadha isaatitti nagaya naa himaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaa tajaajilu'uun haalaan ka beekkame Ruufoosiif'llee nagaya naa dhiyeessi, ana akka finna isi'ii titti ana jaalatti ta turtte, haadha isaatiif'llee nagaya naa dhiyeessaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ruufoosii hujii Gootta'aatii filamee fi haadha isaa, ta yennaa mara akka ilmaatitti ana ilaaltetti nageya naaf hima'a.