Romans 16:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Filogosii fi Yuliya'atti, Neryoosii fi obboleettii isaatitti, Olimphaasii fi kolbaa Waaqaa worra isaan woliin jiranu maratti nageya anaaf hima'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Filologofi Yuliafi Nereafi oboleeti isaatiifi Olimpafi gumi Kristiana ta worra woliini jirtu ch'ufa nagaya naa fuud'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Filologosii fi Yuliyaatti Nereyoos, obboleettii isaatii fi Olimphaa fi gumii Kiristaanaa ta warra waliin jirtu cufaatti nagaya naa himaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Felegoonii, Yuuliyaa, Neerii fi obboleettii isi'ii Alixoonii woliin woyyoota jiran marattuu nagaya naa himaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Felegoonii, Yuuliyaa, Neerii fi obboleettii isi'ii Alixoonii woliin woyyoota jiran marattuu nagaya naa himaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Filologoosiif, Yuliya'aaf, Neryoosii fi obboleettii isaati'iitiif'llee nagaya naa dhiyeessaa, akkuma kana olimphaasii fi amanittoota isaan woliin jiran maraaf, nagaya naa dhiyeessaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Filogosii fi Yuliya'atti, Neryoosii fi obboleettii isaatitti, Olimphaasii fi kolbaa Waaqaa worra isaan woliin jiranu maratti nageya naaf hima'a.