Romans 16:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri waan akkasii godhu kun halchaa nyaata ifiitiif malee, Kiristoosii Goottaa keennaaf hin hujanu. Dubbii ifii damma dibiisaa fi sosobiisaan kolbaa gadhaa babadhattu gowwooffatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan akana kana tolchu Kristo Aabbo keenna hojachuuti injiru, ammo garaa ufiti hojata. Worri Afaani dansaani qalbi nama woma imbeenne soba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waan akkanaa kana tolchu Kiristoo Aabboo keennaa hojachuuti hinjiruu, ammoo garaa ufitii hojata. Warrii afaan dansaan qalbii nama homaa hinbeennee soba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri akkana jiran kunniin garaa ufiitiif malee, Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiif waan hin bitamneef. Waan misha'aaf dubbii shele'eetiin qalbii namoota dhara hin qabnee soban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri akkana jiran kunniin garaa isaaniitiif malee, Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiif waan hin bitamneef. Waan misha'aaf dubbii sheele'eetiin qalbii namoota dhara hin qabnee soban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni bifa kanaa kunniin mataa isaanii malee Gooftaa keenna Kristosiin hin tajaajilaniin. Jechoota lallaafaa ta'an ka nama jajaniin onnee namoota gara laafeyyi'ii ni soban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waan akkasii godhu kun halchaa nyaata ifiitiif malee, Kiristoosii Goottaa keennaaf hin hujanu. Dubbii ifii damma dibiisaa fi sossobiisaan kolbaa gadhaa babadhattu gowwoonfatan.