Romans 16:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Xirxiwoosiin Pawuloos himaaruun xalayaa kana barreesse, Gootta'aan te'ee nageya isiniif dhaama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Tertioni, nami tatabe tana t'aafe, nagaya isani d'aama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anilleen Xerxiwos, namii ergaa tana cufaa barreesse, nagaya isanii dhaama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ergaa kana ka barreesse ani Xeerxiyoos maqaa Goofta'aatiin nagaya isinii dhaama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eergaa kana ka barreesse ani Xeerxiyoos maqaa Goofta'aatiin nagaya isinii dhaama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergaa kana ka barreesse ani Xerxiwos'llee Goofta'aan, nagaya isiniif ni dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Xirxiwoosiin Phawuloos himaaruun xalayaa kana barreesse, Gootta'aan te'ee nageya isiniif dhaama.