Romans 16:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Keessummeessaan kiyya Gaayoos, ka mana isaa keessatti wolde'i kiristaana wolitti qabamu, negeya isiniif dhaama. Qabataan beessee qacha'aa, Eraasxoos fi obboleessi keenna Ku'arxoos, nageya isiniif dhaaman.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gayoni, ka anini mana isaa bululeeni ka gumiini mana isaa keesati wolwoldeete nagaya isanii d'aama. Erasto, ka hori dira kana qorqoratuufi oboleesi keenna Kwartoni, nagaya isanii d'aamani. [
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaayos, ka na keessummoomsee anin mana isaa bule, ka ammallee gumiin kiristaanaa mana isaa keessaatti walwaldeetteelleen nagaya isanii dhaama. Erasxos ka horii dira kanaa qorqoratuu fi obboleessii keenna Ku'arxosiilleen, nagaya isanii dhaaman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Gaayiyoos ka woldaa Kirstaanaa mara keessummeessu nagaya isinii dhaameera. Namichi birriin bira teettu ka qachaa Ersiisxoosii obboleessii keenna Qu'aasxiroosillee nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Woldaa Kirstaanaa mara keessummeessu, Gayiyoos nagaya isinii dhaameera. Namichi birriin bira teettu ka qachaa Ersiisxoosii obboleessii keenna Qu'aasxiiroosillee nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Anaa fi woldaya amanti'ii ka asi jiru maraa ka keessummeessu Gaayos nagaya isinii ni dhiyeessa, qarshii qabaa magaalatti'ii ka ta'e Erasxos, obboleessi keenna Qaarxoos'llee, nagaya isinii ni dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Keessummeessaan kiyya Gaayos, ka mana isaa keessatti wolde'i kiristaana wolitti qabamu, nageya isiniif dhaama. Qabataan beesee qacha'aa, Eraasxoos fi obboleessi keenna Ku'arxoos, nageya isiniif dhaaman.