Romans 16:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa Yesuus Kiristoosiitiin, Waaqa qofuu qarichaaf, bara baraan ulfinni te'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara Waaqa tokocha, ka waan ch'ufa beekhu, guddindindinni maro Yeso Kristotiifi tahinna, ammafi hegerile! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa tokkochaa ka waan cufaa beekuu, guddinnii marroo Yesus Kiristootiif ammaa fi hegerillee ha ta'uufii! Ee'e jenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii ufumatti ogummaa qabuu maqaa Yesuus Kiristoosiitiin baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbii ufumatti ogummaa qabuu maqaa Yesuus Kiristoosiitiin baraa haga bara baraa ulfinni haata'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni qoftti ogummaa ka qabu Waaqa tokkoof, Yesus Kristosiin bara baraaf galanni haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa Yesuus Kiristoosiitiin, Waaqa qofuu qarichaaf, bara baraan ulfinni te'u.