Romans 16:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan jireenna isaanii anaaf kennaneeran. Ani isaan galateeffadha; ana calla'aa motii wolde'i kiristaanaa ka worra Yihudoota hin te'inille martinuu isaan galateeffatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka naa jed'ani duale sodaachu didani nagaya d'aama. Anini guddo galata worraa deebisa — na ch'allaaniti, ammo gumiini gosa d'ibi ch'ufti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ka naa jedhanii du'aallee sodaachuu didaniitti nagaya naa himaa. Anin guddoo warra galateeffadha; na callaa adoo hinta'in, ammoo gumiin Waaqaa ta gosa dhibiilleen cuftii warra galateeffatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee lubbuu tiyyaaf jedhanii lubbuu ufii dabarsanii du'aaf kennaniiru. Woldaan worra Yihuudota hin taanee martinuu isaan galatoonfatan malee, na calla'aa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee lubbuu tiyyaaf jedhanii lubbuu isaanii dabarsanii du'aaf dhiyeessan. Woldaan worra Yihuudota hin taanee martinuu isaan galateeffatan malee, na calla'aa miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan bakka kiyyaaf du'umaaf'llee ka qophaayan ni turan, kanaan'llee yeroo maraa isaan ni galateeffadha, ana qofa uduu hin ta'in ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne irraa gara kristaanumma'aa amanttoonni deebi'an'llee dabalataan, isin ni galateeffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan jireenna isaanii naaf kennaneeran. Ani isaan galateeffadha; na calla'aa motii wolde'i kiristaanaa ka worra Yihudoota hin te'inille martinuu isaan galateeffatan.