Romans 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi ammoo ulfinna, guddinnaa fi nageya worra waan dansaa hujatu maraaf, dursee Yihudootaaf akkasuma worra Yihudoota hin te'iniifille hin kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi worra d'uga tolchu guddinnaafi ulfinnafi nagaya kenna, qara Yahudi, eegi suni gosa d'ibi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ammoo warra dhugaa tolchuu, guddinna, ulfinnaa fi nagayaa kenna, qara Yihudii, keennee eegii sun ammoo gosa dhibiillee keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo worra hujii mishaa hojjatu maraaf galataa fi ulfinni nageennillee isaanii ta'a. Duraan nama Yihuudi'iitiif akkasuma ammo nama Giriikiitiif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo hujii mishaa worra hojjatu maraaf galataa fi ulfinni nageenillee isaanii ta'a. Duraan nama Yihuudi'iitiif akkasuma ammoo nama Giriikiitiif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu waan mishaa namoota raawwatan maraaf, Yihudotaa fi ta'ee Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneef'llee, galataa fi ulfinna nageenni'llee isaaniif ni kennama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo ulfinna, guddinnaa fi nageya worra waan dansaa hujatu maraaf, dursee Yihudootaaf akkasuma worra Yihudoota hin te'iniifille hin kenna.