Romans 2:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, akka Oduu Gammadaa ani lallabuutitti, yennaa Waaqi karaa Yesuus Kiristoosiitin waan dhossa'a ka namooti hujane maratti muru tun teeti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Odu Dansa anini odeesu gula, wonti kunini guyya Waaqi, maro Yeso Kristotiifi, waan garaa nama keesa jiru qoru taati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka oduu dansaa anin himu gula, wantii kunin guyyaa Waaqii, Yesus Kiristoon, waan garaa namaa keessaa jiru muru taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee Rabbi karaa Yesuus Kiristoosiitiin akka ani Dubbii Nagayaa barsiise guyyaa gaafa Rabbi waan nama biratti dhokatetti murteessu ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunillee Rabbi karaa Yesuus Kiristoosiitiin akka ani Oduu Nagayaa barsiise guyyaa gaafa Rabbi waan nama biratti dhokatetti murteessu ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee ka ta'u akkaataa wongeela ani lallabuun Waaqinni karaa Yesus Kristositiin, hujii namoonni hojjatan ka dhossa'aa irratti, guyyaa murtteessutti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, akka Oduu Gammadaa ani lallabuutitti, yennaa Waaqi karaa Yesuus Kiristoosiitiin waan dhossa'a ka namooti hujane maratti muru tun teeti.