Romans 2:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ati fedha Waaqaa hin beetta; Seera waan baratteertuuf waan te'uu fi waan hin teene gargar baattee hin beetta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Waaqi siraa fed'u imbeeta, ammalle aka qajeeluma fohatani, ya Seera iraa baratte;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan Waaqii sirraa fedhu inbeetta, ammallee akka qajeeluma foohatan, ya seera irraa baratte;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seera irraallee barattee yoo mishaa beettee qortee jaalatte,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Seera irraallee barattee, yoo mishaa beettee qortee jaalatte,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati fedhii Waaqaa ni beekitta, seera'llee waan baratteef waan mishaa raawwachuu ni beekitta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati fedha Waaqaa hin beetta; Seera waan baratteertuuf waan te'uu fi waan hin teene gargar baattee hin beetta.