Romans 2:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Hin gaarayyeeffatina'a!” jetta, ifiif ammoo hin gaarayyeeffatta; waaqota dharaa waaqeffatiisa hin jibbita, ammoo galmoota isaanii hin saanta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka d'iirafi nad'eeni wolbarate garayu wolintolfati jettu ufi ma tolchita? Atini ka waan harkaani boch'ani jibbite, maneeni waaqa isaani keesa wo hatta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ati ka “Dhiiraa fi nadheen walbaratee gaarayyuu walhintolfatin!” jettuu ufiifuu intolchitaanii? Atin ka waaqoota dharaa ka harkaan bocan jibbituu, Manneen Waaqaa keessaa wa hattaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ka namootaan hin seebarin jettu hin seebartaa? Ati ka waaqolee tolfamaa shakkitu mana woyyuu saamtaa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati ka namootaan hin seebariin jettu hin seebartaa? Ati ka waaqolee tolfamaa shakkitu mana woyyuu hin saamtaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
hin sagaagalinaa jetta, ati garuu ni sagaagalitta, ati waaqolee harkaan hojjataman ni jibbita, mana isaanii ka waaqeffanna'aa garuu ni saamitta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Hin gaarayyeeffatina'a!» jetta, ifiif ammoo hin gaarayyeeffatta; waaqota dharaa waaqonfatiisa hin jibbita, ammoo galmoota isaanii hin saanta.