Romans 2:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tun tama Barreeffam Woyyichi, “Sababa kessaniif, maqaan Waaqaa worra Yihudoota hin te'in oddu'utti faanshoyeera” jedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu, Maro isani Yahuditiifi gochiti d'ibiini maqa Waaqa arabsiti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif barreessanii “Mar. roo isan Yihudiitiif gochitii dhibiin maqaa Waaqaa arabsiti” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun «sababaa keessaniif maqaan Rabbii worra Yihuudii hin taane jiddu'utti hin arraffama» jedhamee akkuma barreeffame ta'aaraamii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa keessaniif maqaan Rabbii worra Yihuudii hin taane jiddu'utti hin arrabsama jedhamee akkuma barreefame,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee, «Isin sababa Yihudotaatiin maqaan Waaqaa ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne biratti ni arrabsama» jedhamee, akkuma barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun tama Barreeffam Woyyichi, «Sababa keessaniif, maqaan Waaqaa worra Yihudoota hin te'in oddu'utti faanshoweera» jedhu.