Romans 2:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ati yoo Seeraaf ajajante, haqanqabaa qabatiisi keeti gatii qaba; yoo ati ammoo Seeraaf hin ajajamin, akka ijjumaayyuu haqanqabaa hin qabatin teeta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Seera guute qabanqabaani tante wo sii baati; ammo yo Seera ch'absite qabanqaba qabachu d'ibaatele womaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo seera guute dhaqaanqabaan tantee wa sii baati; ammoo yo seera cabsitee dhaqaanqabaa qabachuun kee akka waan hinqabatiniitti herregamti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu seera raawwattee, gadoomuun fayyidaa qaba. Yoo ka seera diiddu ta'e ammo gadoomuun kee akka waan hin gadoomnee ta'eera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu seera raawwatee, gadoomuun fayyidaa qaba. Yoo ka seera diiddu ta'e ammoo gadoomuun kee akka waan hin gadoomnee ta'eera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gadoomuun dhugamaan ka si fayyadu seera yoo raawwatte, seera ka diigiddu yoo ta'e garuu gadoomuun kee akka waan hin gadoominii titti ni lakkaayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati yoo Seeraaf ajajante, haqanqabaa qabatiisi keeti gatii qaba; yoo ati ammoo Seeraaf hin ajajamin, akka ijjumaayyuu haqanqabaa hin qabatin teeta.