Romans 2:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami maqaa calla'aan nama Yihudi'ii te'e nama Yihudii dhugichaa moti; akkasuma haqanqabaan nafaa mudhatu qabatanu haqanqabaa dhugichaa moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilaali Yahudiini d'ugaa ta qabanqaba qabate eennu; nama qabanqaba qabate alaani Yahudi fakaatuniti;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laali Yihudiin dhugaa ta dhaqaanqabaa qabatee eennu; nama dhaqaanqabaa qabatee alaan Yihudii fakkaatunitii;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka maqamaaf Yihuudii ta'e Yihuudii waan hin taaneef; addaataa gadoomuun fooniin ta'e gadoomuu waan hin taaneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka maqamaaf Yihuudii ta'e, Yihuudii waan hin taaneef, addaataa gadoomuun fooniin ta'e, gadoomuu waan hin taaneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa maqama qofaan Yihudicha ka ta'e Yihudicha dhuga'aatii miti, akkuma kana duubanaan ka muldhatu gadoominni foonii, gadoominna dhuga'aatii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami maqaa calla'aan nama Yihudi'ii te'e nama Yihudii dhugichaa moti; akkasuma haqanqabaan nafaa mudhatu qabatanu haqanqabaa dhugichaa moti.