Romans 2:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yookiin gadhi-laafummaa isaa guddoo, ossata isaatii fi si dande'uu isaa hin tuffattaa ree? Wonni Waaqi gadhi-laafummaa ifii si'iif fakkanseef, gara cubbuu irraa deebi'iisaa si geessiisaaf akka te'e hin beettuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri arjoomafi naasufi obsa isaa tuffatta. D'uguma arjooma Waaqa, aka inni daba ira si deebisu fed'u, inagarta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hegerii arjooma, naasuufi obsa isaa tuffattaa? Arjooma Waaqaa akka innii daba irraa si deebisuu fedhu hinbeettuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo arjummaan Rabbii gara aagii akka si masakku uduu hin beenne, arjummaa isaatii fi waa danda'uu durummaa obsa isaa tuffataa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Moo arjumaan Rabbii gara aagii akka si masakku uduu hin beenne, arjumaa isaatii fi waa danda'uu durummaa obsa isaa tuffataa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yookiin mishumma'aa fi danda'iinsa Waaqaa baayi'inna obissaa ta'uu isaa'llee ni tuffatta ree? Waaqinni mishummaa isaa ka si baayi'ise si gara dhiifama Waaqaa titti eemaru'uuf akka ta'e, hin beekittuu ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin gadhi-laafummaa isaa guddoo, ossata isaatii fi si dande'uu isaa hin tuffattaa ree? Wonni Waaqi gadhi-laafummaa ifii si'iif fakkanseef, gara cubbuu irraa deebi'iisaa si geessiisaaf akka te'e hin beettuu?