Romans 2:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni worra ossee waan dansaa hujaa ulfinna, guddinnaa fi jiruu hin banne Waaqa biraa dhaggatiisaaf barbaaduuf, jiruu bara baraa hin kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari waan dansa tolcheti guddinnaafi ulfinnafi jireenna ind'umanne barbaadata: nama akana kana Waaqi jireenna hegeri kennaafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii waan dansaa tolcheetti, guddinna, ulfinnaa fi jireenna hindhumanne barbaadata; nama akkanaa kana Waaqii jireenna bara baraa kennaaf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hujii mishaa irra dhaabatanii galataa fi ulfinna, jireenna hin banne worra barbaadaniif jireenna bara baraa kenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra hujii mishaa irra dhaabatanii galataa fi ulfinna, jireenna hin banne worra barbaadaniif jireenna bara baraa isaanii kenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hujii misha'aan jabaachuun galataa fi ulfinna, jireenna hin banne'llee worra barbaadaniif, Waaqinni jireenna bara baraa isaaniif ni kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra ossee waan dansaa hujaa ulfinna, guddinnaa fi jiruu hin banne Waaqa biraa dhaggatiisaaf barbaaduuf, jiruu bara baraa hin kenna.