Romans 2:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri dhibiin mataa ifii jaallatee waan dokonkora te'e hordofiisaaf dhugaa didane; Waaqi mufi'ii fi muraa ifii isaanitti hin fida.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari ufo, waan qajeela dideti waan hamtu gula yaa: worra akana kana Waaqi dalansu iti baafata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ammoo ufoo, waan qajeelaa dideetti waan hamtuu gula yaa; warra akkanaa kana Waaqii dallanuu fi dheekkama garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra nama didanii bu'aa ufii soqaniif hammeeyyii ta'anii waan mishaa dhiisanii fi worra hammeenna duukaa deeman dheekkamsa Rabbiitii fi bala'atu isaan irra gaya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra nama didanii bu'aa ufii soqaniif hammeeyyii ta'anii waan mishaa dhiisanii fi hammeenna duukaa worra deeman lola Rabbiitii fi bala'atu isaan irra gaya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Faayiiddaa ufii worra barbaadan, dhuga'aaf worra hin ajajaminne, worra jeeqamaa fi marri dabaa adeemisisan irratti garuu, dheekkamissi Waaqaatii fi balaan isaanitti ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhibiin mataa ifii jaalatee waan dokonkora te'e hordofiisaaf dhugaa didane; Waaqi mufi'ii fi muraa ifii isaanitti hin fida.