Romans 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eegasuu bu'aan Yihudii te'iisaa maan ree? Yookiin gatiin haqanqabaa qabatiisaa maan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini gosa d'ibi ira jirti re? Yokhaani qabanqabaani woma namaa baati?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin gosa dhibii irra jirti ree? Yokaan dhaqaanqabaan homaa namaa baatii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu Yihuudii ta'uun maali'i? Yookaan gadoomuun faayidaa maal qaba?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu Yihuudii ta'uun maali'i? Yookiin gadoomuun faayyidaa maal qaba?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa Yihudichi Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne ka caaluu maali'iin? Faayiddaan gadoomu'uu hoo maal'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegasuu bu'aan Yihudii te'iisaa maan ree? Yookiin gatiin haqanqabaa qabatiisaa maan?