Romans 3:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jecha nama miidhu dubbatiisaaf, afaan isaanii akka awwaala banamee ti; arraba ifiitiin hin soban; dubbiin hidhiin isaanii dubbattulle ta akka hadhaa dhudhuufa'aa nama miitu;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni worraa aka awaala qotani jirti. D'arti araba worraa iraa baati, dubbini hamtuuni, ta aka had'aa bofa jirtu, afaani worraa keesaa baati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Lubbuun warraa akka awwaala qotanii jirti. Dhartii arraba warraa irraa baati, dubbiin hamtuun, ta akka hadhaa bofaa jirtu, afaan warraa keessaa baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dubbii nama miidhu dubbatu'uuf, afaan isaanii akka awwaala banameeti; arraba ufiitiin hin soban; hidhii isaanii jala hadhaa bofaatitu jira;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
dubbii nama miidhu dubbatu'uuf, afaan isaanii akka awwaala banameeti; arraba ufiitiin hin soban; hidhii isaanii jala hadhaa bofaatituu jira;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama ka miidhu dubbii badaa dubbachu'uuf, afaan isaanii akka awwaalaa titti ka baname, haasofnni afaan isaanii'llee akka summii bofaa titti, ka miidhu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jecha nama miidhu dubbatiisaaf, afaan isaanii akka awwaala banamee ti; arraba ifiitiin hin soban; dubbiin hidhiin isaanii dubbattulle ta akka hadhaa dhudhuufa'aa nama miitu;