Romans 3:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugumaan Yihudii te'iis karaa maraanuu gatii guddoo qaba! Wonni guddaan Waaqi magannee jecha ifii Yihudootatti kennatiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara ch'ufaani guddo wo baati! Wonti qaraa fiit'e Waaqi d'aamsa ufi Yahuditi d'aamate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa cufaan guddoo wa baati! Qaraa fiixee Waaqii dhaamsa ufii Yihudiiti dhaamate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Yihuudii ta'uun bu'aa heddu qaba. Waa maraa dura jechi Rabbii yaboo isaanitti kenname.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu Yihuudii ta'uun bu'aa heddu qaba. Waa maraa dura jechi Rabbii yaboo isaanitti kenname.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaanuu Yihudicha ta'uun karaa baayi'e'een caalmaya ni qaba, wonitti ijoon Waaqinni dubbii isaa Yihudotaaf yaboo kennuu isaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan Yihudii te'iis karaa maraanuu gatii guddoo qaba! Wonni guddaan Waaqi magannee jecha ifii Yihudootatti kennatiisa.