Romans 3:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona wonni ittiin ifi janyu maanti jira ree? Womaa! Maaf ifi jajuu dhanna ree? Waan Seera muummessinuufii? Waawwo'o; ammoo dhugeeffanna'aan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nu ufi guddimnuufi maani re? Injirtu! Maafi akana? Waan nami Seera gula deemuufi? Hiyyo, ammo waan inni d'ugefatuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nu ufi guddimnuuf maan ree? Hinjirtu! Maaf akkana? Waan namii seera gula deemuufii? Hiyyoo, ammoo waan innii dhugeeffatuuf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu boonuun kee meeti ree? Inni hafeera; Seera kamiin? Seera huji'iitiinii? Miti seera amanti'iitiin malee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu boonuun kee meeti ree? Inni hafeera; Seera kamiin? Seera huji'iitiinii? Miti seera amanta'aatiin malee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa wonitti ittiin dhaadannu maalttu jira? Womaanuu hin dhaadannu! Waayeen hin dhaadanneef hoo maal'i? Waan seera raawwanuufii moo? miti, garuu amanti'iin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona wonni ittiin ifi jajnu maanti jira ree? Womaa! Maaf ifi jajuu dhanna ree? Waan Seera muummessinuufii? Waawwo'o; ammoo dhugeeffanna'aan.