Romans 3:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre nami waan Seerri ajaju muummessiisaan adoo hin te'in, dhugeeffannaa calla'aan Waaqa duratti akka balchoomu dhaggina.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu ya agarre aka nami d'ugefacha ch'allaani d'uga Waaqa iraa argatu, Seera guutitiini woma keesa injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka namii dhugeeffachaa callaan Waaqaa duraatti qajeelaa ta'u la gare, seera guutitiin homaa keessa hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni seera huji'iitiin malee amanti'iin akka waan qajeellumma'aatitti waan laakkoofnuuf,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni seera hujji'iitiin malee, amanta'aan akka waan qajeellumma'aatitti waan laakkoofnuuf,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Waaqinni nama ka qulqullaayomssu, naminni hujii seeraa waan raawwateef uduu hin ta'in, amanti'iin ta'uu isaa ni hubanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nami waan Seerri ajaju muummessiisaan adoo hin te'in, dhugeeffannaa calla'aan Waaqa duratti akka balchoomu dhaggina.