Romans 3:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yookiin Waaqi Waaqa Yihudootaa calla'aa? Inni Waaqa worra Yihudoota hin te'iniitille'ee motii? Ee, ka worra Yihudoota hin te'iniitille'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ka Yahudi ch'alla? Inni Waaqa gosa d'ibitiniti? Inni Waaqa gosa ch'ufaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ka Yihudii callaa? Gosa Yihudii hin ta'inii Waaqaa hinta'uu? Innii Waaqaa gosa cufaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo Rabbi, Waaqa Yihuudotaa calla'aa? Waaqa worra Yihuudii hin taaneetille'ee mitii? Ee nu worri gadoomne, amanti'iif worri hin gadoomnellee Waandhi amanti'iin qajeelaa nama taasisu tokko waan ta'eef akkasuma Waaqa worra Yihuudii hin taaneeti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Moo Rabbi, Waaqa Yihuudotaa calla'aa? Waaqa worra Yihuudii hin taaneetille'ee mii? Ee nu worri gadoomne, amanta'aaf worri hin gadoomnellee Waandhi amanta'aan qajeelaa nama taasisu tokko waan ta'eef akkasuma Waaqa worra Yihuudii hin taanee ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yookiin Waaqinni Waaqa Yihudotaa qofa ree? Waaqa Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneetii mitii ree? Dhugamaan Waaqa Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneetile'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin Waaqi Waaqa Yihudootaa calla'aa? Inni Waaqa worra Yihudoota hin te'iniitille'ee motii? Ee, ka worra Yihudoota hin te'iniitille'e.