Romans 3:30 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi tokkocha; Yihudootalle te'e, worra Yihudoota hin te'in dhugeeffannuma isaaniitiin ka balchoonsu isa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi toko ch'alla; inni maro d'ugefacha worraatiifi worra qabanqaba qabu d'uga heregaafi, akuma suni worra qabanqaba inqabatinile maro d'ugefacha worraatiifi d'uga heregaafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii tokko callaa; innii marroo dhugeeffachaa warraatiif warra dhaqaanqabaa qabate dhugaa herregaaf, akkuma sun warra dhaqaanqabaa hinqabatiniillee marroo dhugeeffachaa warraatiif dhugaa herregaaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni tokko, Yihudotaaf'llee ta'ee Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneef'llee, amanti'iin ka qulqullaawomssu isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi tokkocha; Yihudootalle te'e, worra Yihudoota hin te'in dhugeeffannuma isaaniitiin ka balchoonsu isa.