Romans 3:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ijjumaa waawwo'o! Waaqi balchaa yoo hin te'in, attamiin biyya lafaatitti mura ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyo, akasiiniti. Yo Waaqi waan d'uga intolchine inni akamiini lafa qora?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hiyyoo akkasiiniti. Waaqii yo waan dhugaa hintolchinee, akkamiin lafatti mura?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuu hin ta'in, yoo akkas ta'e Rabbi adunya'atti attamitti murteessa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuu hin ta'in, yoo akkas ta'e Rabbi adunya'aatti attamitti murteessaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa miti! akkanaa yoo ta'e ammoo Waaqinni biyya lafaa irratti attamiin murtteessa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijjumaa waawwo'o! Waaqi balchaa yoo hin te'in, attamiin biyya lafaatitti mura ree?