Romans 3:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo addatamuu dhabuun kiyya addatamiisa Waaqaa mudhittee, baceenna ulfinna isaa ka mudhittu yoo teete, maaf haga ammaa akka cubbaalessaa anatti murama ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo d'arti tiyya d'uga Waaqa guddifte isi mullifte, maafi nama daba naani jed'ani re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo dhartii tiyya dhugaa Waaqaa guddiftee isi mulliftee, maaf nama dabaa naan jedhan ree?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soba kiyyaan ammo dhugaan Rabbii ulfinna isaatiif yoo caale, maaf akkasuma haga ammaa akka cubbama'aatitti natti murteeffama ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kijiba kiyyaan ammoo dhugaan Rabbii ulfinna isaatiif yoo caale, maaf akkasuma haga ammaa akka cubbamaatitti natti murteeffama ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ka dharaa ta'uun kiyya dhugaa Waaqaa ibssu'uun, baayi'inna ulfinna isaa ka muldhisu yoo ta'e eegaa, ana irratti akka cubbama'aa titti ka murtteeffamu maali'iitiif ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo addatamuu dhabuun kiyya addatamiisa Waaqaa mudhittee, baceenna ulfinna isaa ka mudhittu yoo teete, maaf haga ammaa akka cubbaalessaa natti murama ree?