Romans 3:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti gariin, “Waan dansaa fidiisaaf, kowa'a waan hantuu hujna” jedhaa akka waan ani barsiisuu fakkeessanee ana himatan; tanaaf worra akkasii irratti muraan murantu tama isaanii malte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo akasi, Koota, hameenna tolchina, aka d'ugaani mullattu maafi injenne? Nami gari ya waan kana jed'e dubbi d'aratiini na himate! Worra suni aka wollaala iti muru malani inuma iti murani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo akkasii, maaf “Koottaa, akka dhugaan mullattu hammeenna tolchinaa hinjenne” ree? Namii garii ya waan kana jedhee dubbii dharatiin na himate! Warra akkasii wallaali itti muran qajeela.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maali'iif akka wonti mishaan dhufu hamaa hin hojjanne ree?» akkanumaan nu arrabsan. Gariin akkanumaan akka waan jennuu waan dubbataniif murtiin isaanii qajeela'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Maali'iif akka wonti mishaan dhufu hamaa hin hojjanne ree?» akkanumaan nu arrabsan. Gariin akkanumaan akka waan jennuu waan dubbataniif murtiin isaanii qajeela'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni tokko tokko «Waan mishaa akka argannuuf waan hamaa haa raawwanuu» jedha'aa waan barsiisuu fakkeesanii ana ni himatan, kanaaf worra akkana jiran irratti murttiin murtteeffamu, ka sirri'iiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti gariin, «Waan dansaa fidiisaaf, kowa'a waan hantuu huyna» jedhaa akka waan ani barsiisuu fakkeessanee na himatan; tanaaf worra akkasii irratti muraan murantu tama isaanii malte.