Romans 4:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugeeffannaan Abrahaamiif, balchumma'atti ka laakkowanteef yoom? Haqanqabaa qabateen dura moo duuba? Adoo haqanqabaa hin qabatin dura malee, duubaa moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini yoomi taate? Eegi Abrahamuuni qabanqaba qabate mo, ato inni inqabatini? Ato inni inqabatini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii kunin yoom taate? Eegii Abrahaam dhaqaanqabaa qabate moo, adoo innii hinqabatin? Egii innii qabateenii adoo innii hinqabatin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Attamitti laakkayameef? Haga gadoomee as moo? Yookaan uduu hin gadoomneen dura? Haga gadoomee miti; uduu hin gadoominiin dura malee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Attamitti laakkawwameef? Haga gadoomee asi moo? Yookiin uduu hin gadoomneen dura? Haga gadoomee miti uduu hin gadoominiin dura malee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa Abrahaam amantiin isaa qulqullaawoma ta'ee ka laakkayameef yoom? uduu hin gadoominiin duranatti ree yookiin eega gadoomeen duubatti? uduu hin gadoominiin duranatti malee, eega gadoomeen duubatti miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugeeffannaan Abrahaamiif, balchumma'atti ka laakkowanteef yoom? Haqanqabaa qabateen dura moo duuba? Adoo haqanqabaa hin qabatin dura malee, duubaa moti.