Romans 4:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma Abrahaam worra haqanqabaa hin qabatinille'eef abba'a; waan isaan haqanqabaa qabatane qofaaf adoo hin te'in, waan isaan dhugeeffannaa inni adoo haqanqabaa hin qabatin dura qabulle hordofaneef, worra haqanqabaa qabateef abbaa te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni Abba worra qabanqaba qabate ch'ufa waan worri qabanqaba qabatefiniti, ammo waan worri faana d'ugefacha ta Abbaani keenna Abrahamuuni, ato qabanqaba inqabatini gula deeme gula yaanifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii warra dhaqaanqabaa qabate cufaallee Aabbaa; waan warrii dhaqaanqabaa qabateefinitii, ammoo waan warrii faana dhugeeffachaa ta Abbaan keenna Abrahaam, adoo dhaqaanqabaa hinqabatin gula deeme gula yaa'eef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra gadoomaniif abbaa akka ta'u, akkasuma worra gadooman calla'aafii miti, Haa ta'uu ammo abbaan keenna Abrahaam uduu hin gadoomin amantii soquun isaaf callaa uduu hin ta'in worra duukaa bu'aniifille'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra gadoomaniif abbaa akka ta'u, akkasuma worra gadooman calla'aafii miti, Haata'uu ammoo abbaan keenna Abrahaam uduu hin gadoomin amantaa soquun isaaf qofa uduu hin ta'in worra duukaa bu'aniifille'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Abrahaam worra gadoomaniif'llee abba'a, worra gadoomaniif'llee abbaa sababaan ta'eef'llee gadoomuu isaanii qofaan uduu hin ta'in inni uduu hin gadoominiin duranatti, amantii ni jira ture horddofuu isaanii'llee dabalachu'uun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma Abrahaam worra haqanqabaa hin qabatinille'eef abba'a; waan isaan haqanqabaa qabatane qofaaf adoo hin te'in, waan isaan dhugeeffannaa inni adoo haqanqabaa hin qabatin dura qabulle hordofaneef, worra haqanqabaa qabateef abbaa te'e.