Romans 4:17 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi marroo Abrahaamii yennaa dubbatu, “Gosa heddu'uuf abbaa si godheera” jedha; Waaqa worra du'e du'aa kaasuu fi waan hin jirre jiraachisutti Abrahaam waan dhugeeffateef, Waaqi waadaa kana isaaf gale.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu, Anini yayu abba gosa heddu si tolche. Tanaafi seeri sunini fuula Waaqa durati dansa, Waaqi Abrahamuuni d'ugefate suni Waaqa worra due jiraachise waan duri injirre lafaani d'ufu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessiin, “Anin yaayyuu abbaa gosa hedduu si tolche” jettuu la barreeffamte. Tanaaf seerii sunin fuula Waaqaa duraatti dansaa, Waaqii Abrahaam dhugeeffate sun Waaqaa warra du'e jiraachisee waan durii hinjirre lafaan dhufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun, «Abbaa banii maraa si taasiseera» jedhamee akkuma barreeffame; Inni ka worra du'ee jireenna kennu; ka waan hin jirre akka jiraatu godhee waamu; Waaqa itti amane afo'otti abbaa nu maraati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee Abrahaamii, «Abbaa ummata baayi'ee si taasisee jira» jedhamee barreeffamee jira, abddiin kun'llee ka kenname isa worra du'an ka kaasuu fi ka hin jirre'llee akka jiraatu Waaqa taasisutti waan amaneef ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi marroo Abrahaamii yennaa dubbatu, «Gosa heddu'uuf abbaa si godheera» jedha; Waaqa worra du'e du'aa kaasuu fi waan hin jirre jiraachisutti Abrahaam waan dhugeeffateef, Waaqi waadaa kana isaaf gale.