Romans 4:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni nama gara woggaa dhibbaa ti; ammoo nafa ifii ka du'a geye, yookiin gadaamessa Saara'aalle ka dewuu hin dandenne herregee dhugeeffanna'aan hin dadhanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi ganni isaa diquma d'ibba toko ingahiini ammo taatule d'ugefachaani isaa diqole ilaamne. Wonti akakatiifi inni nafa isaa ka diquma induiinifi aka Saraani maseena taateele inherenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafas gannii isaa diqquma dhibba tokko hingahin ammoo taatuullee dhugeeffachaan isaa diqqoollee hinlaamne. Wantii akkasiitiif innii nafa isaa ka diqqumaa hindu'inii fi akka saraan masseena taateellee hinherrenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan jaarsa woggaa dhibbaa ta'eef, qaama isaa ka akka waan du'ee ta'eef hormaanni Saara'aa akka du'e haga arge amanti'iin uduu hin dadhabne,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni waan jaarsa woggaa dhibbaa ta'eef, qaama isaa ka akka waan du'ee ta'eef hormaanni Saaraa akka du'e haga arge, amanta'aan uduu hin dadhabne,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Umriin isaa gara woggaa dhibbaa ni gaya waan tureef, dadhabbii fooniitiin sababaa akka waan du'ee ta'utiin, finna uumachuu akka hin dandeennee fi Saaraan'llee dhabiddu'uu fi ta jaartte ta'uu isi'iitiin dayu'uuf akka hin dandeenne yoma beeke'llee, amantii isaatiin dadhabaa hin taane.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni nama gara woggaa dhibbaa ti; ammoo nafa ifii ka du'a geye, yookiin gadaamessa Saara'aalle ka dewuu hin dandeenne herregee dhugeeffanna'aan hin dadhanne.