Romans 4:21 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi waadaa gale ka muummessu akka te'elle gadhaa tokkochaan dhugeeffateeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka Waaqi khakhu ufi guutu aka dansa d'ugefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akka Waaqii kakuu ufii guutu akka dansaa dhugeeffate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abddii Waaqinni isaa kenne'llee ka raawwatu ta'uu, onnee isaa guutu'uun ni amana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waadaa gale ka muummessu akka te'elle gadhaa tokkochaan dhugeeffateeraayyu.