Romans 4:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf dhugeeffannaan Abrahaamii balchumma'atti isaa laakkowante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi, waan d'ugefacha Abrahamutiifi, Waaqi d'uga heregeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Waaqii dhugeeffachaa isaa akka qajeelummaatti herregeef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akka qajeellumma'aatitti laakkayameef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu akka qajeellumma'aatitti laakkawwameef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Abrahaamii amantiin isaa qulqullaayoma ta'ee ka lakkayameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf dhugeeffannaan Abrahaamii balchumma'atti isaa laakkowante.